Tajaajila Wangeelaa Sarara qilleensa irraa JHT is a spiritual organization that works the gospel of the kingdom of God online throughout the world. Tajaajila Wangeelaa Sarara Qilleensa Irraa J.H.T in the year 2015, we have been given this vision by God to the visionaries in different countries and in the country. In January 2021, the religious organization received the legal license from the Ethiopian Gospel Believers Council of Churches and is currently operating the Gospel of the Kingdom of God from the online. He is currently based in Finfinnee, Ethiopia, and in the future he may expand his branches in various countries and open offices to preach the Kingdom of God.
We have different qualites that makes us to be choosed. Some of them are listed below.
Dhala namaa hundumaaf isa dhiiga isaa fannoo irratti dhangalaasee cubbuurraa nu bitee fi firdii bara baraa jalaa humna du'aa ka'uutin bilisa nubaase Kristoos nama hundumaatti mul’isuu. Waaqayyo isa biyya lafaa akkasumatti jaallate; Isatti kan amanu hunduu akka fayyuuf gara biyya lafaatti erge; amala isaa qooddachuun nama hundumaa osoo wal hin caalchisin jaallachuun akkasumatti tajaajilu
በመስቀል ላይ ደሙን አፍስሶ ከኃጢአት የዋጀን እና በትንሣኤ ኃይል ከዘላለም ፍርድ ነፃ ላወጣን ለሰው ልጆች ሁሉ ክርስቶስን መግለጥ። አለምን እንዲዉ የወደደ እና በልጁ ያምአምን እንዲድን አንዲያ ልጁን የላከው የእግዚአብሔር ባህሪን በመካፈል ሁሉንም የሰው ልጅ ያለ አድልዎ በፊቅር መገልገል።
Revealing Christ to all mankind who shed his blood on the cross and redeemed us from sin and freed us from eternal judgment by the power of resurrection. God who loved to leave the world and sent his son to be saved by his son believeth, sharing the character of God, serving all human beings with love without discrimination.
Kristoos isa nuuf ife kana amane hundumaa barsiisun barumsa dogoggoraa irraa akka hafanii Bartuu kristoos ta’anii mul’inatti lammaffaa deebi’ee dhufuu Kristoos dhimmanii eeggatan barsiisu. Tajaajila Waldaa Kristaanatiif ga’oo akka ta’aniif amantoota hundumaa barsiisu fi leenjisuudhaan guutummaa addunyaatti ergamoota wangeelaa erguu Tajaajiltootaa fi Geggeessitoota Waldaa Kristaanaa leenjii brbaachisoo ta’an hunda kennuufin geggeessummaa fi tajaajila Kristoos giddu galeessa godhate lafa qabsiisu.
ለእኛ የበራልን ክርስቶስ የሚያምኑ ሁሉ ከሐሰት ትምህርት እንዲርቁ እና የክርስቶስን ዳግም ምጽአት የሚጠባበቁ የክርስቶስ ደቀ መዛሙርት እንዲሆኑ መስተመር። ሁሉም አማኞች ለቤተክርስቲያን አገልግሎት ብቁ እንዲሆኑ ማስተማር እና በማሰልጠን ሚስዮናውያንን ወደ አለም ሁሉ መላክ፡፡ ክርስቶስን ያማከለ አመራርና አገልግሎት መስጠት እንድችሉ ለቤተክርስቲያን አገልጋዮችና መሪዎች አስፈላጊውን ሥልጠና ሁሉ መስጠት።
To teach all those who believe in Christ, who has enlightened us, to avoid false teachings and to become disciples of Christ who await the second coming of Christ. Educating and training all believers to be fit for church service and sending missionaries to all over the world. Providing all necessary training to church ministers and leaders so that they can provide Christ-centered leadership and service.
Our purpose is to prepare the body of Christ for the day of Christ. We focus on preparing and creating mission minded missionaries and mission minded Christian society; those having a passion to go to the whole world.
Amantoota Hafuura Qulqulluu fi Sagalee Waaqayyootin guutaman; akkasumas lallabaa fi jireenya isaanitiin jireenya bartuu Kristoos kan argisiisan Tajaajiltoota arguu.
Akkasumas Ergamaa fi Kaayyoo Ministirichaatti milkoofnee argu.
በመንፈስ ቅዱስና በእግዚአብሔር ቃል የተሞሉ፤ የደቀ መዝሙርነትን ሕይወት በወንጌል ስብከትና በኑሮ የሚገልጡ አማኞች እና አገልጋዎችን ማየት፡፡
Filled with the Holy Spirit and the Word of God. Seeing believers and ministers who manifest the life of discipleship through the preaching and living of the Gospel.
"
Wangeela guutummaa addunyaatti kallattii gara garaatiin lallabuudhaan namoota gara Mootummaa Waaqayyootti booji’uu; Warra amanan Sagalee Waaqayyoo barsiisu fi Cuubudhaan bartuu gochuu.
Amantoota Ergama Gooftaa isa guddicha raawwatan leenjisuu; guutummaa addunyaatti Ergamoota Wangeelaa erguu."
"
ወንጌልን በዓለም ዙሪያ ለሉት ሁሉ በልዩ ልዩ መንገድ በመስበክ ሰዎችን ለእግዚአብሔር መንግስት መዋጀትና ያመኑትንም የእግዚአብሔርን ቃል በማስተማርና በማጥመቅ ደቀ መዛሙርት ማድረግ
ታለቁን የጌታ ተልዕኮ የሚፈጽሙ አማኞች አሰልጥነን በዓለም ሁሉ የወንጌል መልዕክተኞችን ማሰማራት (ማቴ. 28፡19)
"
"
To redeem people for the Kingdom of God by preaching the gospel to everyone around the world and making disciples by teaching and baptizing those who believe in the word of God.
Train us as believers who will carry out the great mission of the Lord and deploy gospel messengers all over the world (Matthew 28:19).
"
Train and disciple believers who will carry out the great mission of the Lord and deploy servants all over the world.
"
Imaanaa Wangeelaa isa fudhanne Maatii keenya, Ganda keenya, Biyya keenya biras darbee guutummaa addunyaatti Ayyaanaa fi Humna Waaqayyo nuuf kennuun toftaa mijataa ta’e hundumatti fayyadamnee Humna du’aa ka’uu fi human fannoo Kristoos yaada garaa namaa keessa akka jiraatu gargaaru.
Waldaa Kristaanaa Hundeessuu
Tajaajila hunda galeessa kennu. (Ya'iqoob 1:27)"
"
የተቀበልነውን ይህንን የወንጌል አደራ በቤተሰባችን፣ በመንደራችን፣ በአገራችን አልፎም በዓለም ሁሉ እግዚአብሔር በሚሰጠን ፀጋና ኃይል አመቺ በሆነው ስልት ሁሉ በመጠቀም የመስቀሉን ቃል እና የትንሳኤው ኃይል ክርስቶስ በሰዎች እንዲኖር ሰዎችን መርዳት
ቤተክርስቲያን መትከል
ሁለንተናዊ አገልግሎት መስጠት፡፡ (ያዕ. 1፡27)
"
"
Helping people to use the word of the cross and the power of the resurrection to live Christ in people by using this gospel trust that we have received in our family, our village, our country and even in the whole world with the grace and power that God gives us.
Planting a church
Providing holistic Ministry (Jacob 1:27).
"
Train and disciple believers who will carry out the great mission of the Lord and deploy servants all over the world.
St. Gabriel Building, A1, Akaki Kality, Addis Ababa, Ethiopia
+251912276747
info@jhtministry.org
Copyright © JHT Ministry. All Rights Reserved.
Designed by PloonetLab